1 Kings 11:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni garagale hayyuti nyaapa taheefi tana: Solomonini boola dira Yerusalemu ilaboru duuche naabo dira sunile mid'aasu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan Iyyoorbi'aam mootichatti ka'eef waan Solomoon ladda Yerusaalemii gara baya biiftu'uutiin hulee Miiloo jedhamee waamamu ka dhooqaa guutee dallawa dhaga'aa qachaa abbaa ufii ka Daawitii deebisee ijaareef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon kaabii, «Miiloo » jedhantu guutee, dalleya qachaa abbaa ifii Daawitii ka caccabe, deebisee waan ijaarsiseef, Yerobi'aam mooticha Solomoon irratti, finqila kaase.