1 Kings 11:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko, ka Yeroboamuni Yerusalemu deemu, raagi Ahiya jed'ani ka worra Shilo, lafa aloo keesati, ka inni koba deemu, iti d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Iyyoorbi'aam Yerusaalemiin keessaa bayee deemu raattichi Akiyaa nama biyya Seelo'ootiin wol gayan; hennaa san Akiyaan uffata haarawa uffateera; isaan lachuu raasa'atti hojja ufii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Yerobi'aam, qachaa Yerusaalemii keessaa bayee adoo deemuu, nami qachaa Shiilo'oo raagichi Ahiiyaan, ka woyaa haareya uffateeru, karaa irratti isa dhagge; isaan lamaanuu qacha'aan ala qofi adoo jiranuu,