1 Kings 11:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Tatarsaa woya tana kud'ani fud'ad'i, wonti akanatiifi AABBO Waaqi Israeli waan siini jed'u, Anini hayyuma Solomoni iraa fuud'e, gosa kud'ani sii kenna,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akiyaan Iyyoorbi'aamiin uffata bibbiinxame kana keessaa kudhan fudhu Rabbi Waandhi Israa'elii akkana waan jedhuuf, «Ani Solomooniin irraa kaasee gosa kudhanii sii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerobi'aamiin, «Ati citaa kudhan ifiif fudhadhu; sababille Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Ani mootummaa Solomoon irraa fuudhee, cicciree gosa kudhan si'iif hin kenna;