1 Kings 11:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomoni gosa toko ch'alla fud'ata, maro hojatu kiyya Dauditifi Yerusalemu dira anini lafa Israeli ch'ufa keesaa fohad'e kiyya tolfad'eefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan garbicha kiyya Daawitiitiif, waan Yerusaalemii qachoota Israa'elii keessaa filadheetiif garuu gosa tokko isaa dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tajaajilaa kiyya Daawitii fi qachaa Yerusaalemii, ka ani qachootaa gosa Israa'elii mara keessaa filadheef jedhee, gosa tokko Solomooniif hin hambura.