1 Kings 11:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hayyuma ilma Solomoni iraa fuud'e, gosa kud'ani sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootummaa isaa ilma isaa irraa fudhee gosa kudhaniitii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo ilma Solomoonii irraa mootummaa fuudhee, gosa kudhan si'iif hin kenna.