1 Kings 11:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gosa toko ilma Solomoniti lakisa, aka anini hojja ch'ufa nama d'aloota Daudi ka dira Yerusalemu, ka anini fohad'e, iti na kad'atani mohatu, keesa ind'amne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa filatamtuu Yerusaalemiin garbicha kiyya Daawitiif akka hennaa maraa isaa iftu ilma isaatii gosa tokko kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, maqaan kiyya akka ittiin waamamuuf qachaa filadhe Yerusaalem keessatti, sanyii tajaajilaa kiyya Daawitii keessaa, nami tokko yennaa mara barcumaa mootummaa isaa irraa, fuula kiyya duraa akka hin dhabanneef, ani ilma isaatiif gosa tokko hin kenna.