1 Kings 11:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jaare jennaani waaqa d'ibi isa kad'achiifte inni, aka abba isaa Daudi, AABBO Waaqa isaa jaalate garaa tokooni gula indeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon akkuma inni jaara'aa deemuun haawwonni manaa isaa akka inni waaqa tolfamaa waaqeffatu taasisan; Solomoon Rabbii amanamee akka abbaa ufii akka Daawitii hin taaneef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni dulloome, niitoti isaa akka inni waaqota dhibii waaqonfatu godhane; Solomoon akka abbaa ifii Daawitii, Mootii Waan Maraa Waaqa ifii gadhaa tokkochaan hin waaqonfanne.