1 Kings 11:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Solomonini Yeroboamu ijeesu fed'e, ammo inni hayyu Misiri ka Shishaki jed'aniti baqate, haga Solomonini duuti achuma tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon Iyoorbi'aamiin ajjeesu'uuf barbaannaan Iyyoorbi'aam garuu ka'ee gara Shiishaaqii mootii biyya Misirii baqatee haga bara Solomoon du'uutitti achuma taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Solomoon Yerobi'aam ijjeesiisaaf wodhaane; Yerobi'aam ammoo gara mooticha biyya Gibxi'ii Shiishaaqii baqatee, haga Solomoon du'utti achi ture.