1 Kings 11:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Solomonini tolche ch'ufa, waan inni taheefi qarooma isaa ch'ufa, kitaaba huji Solomoni jed'ani keesati t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seenaan Solomoonii ka hafe, beekkumsi isaa, wonti inni hojjate maruu kitaaba seenaa Solomoonii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta Solomoon bara mootummaa ifii huje, qarummaan isaa martinuu, kitaabaa dabarsii Solomoonii keessatti barreeffanteerti.