1 Kings 11:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Ashtorethi waaqa worra Sidonitifi waaqa hama Milkomu jed'ani ka worra Amoni kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon waaqa tolfamaa worra Siidoonii ka Astaarooti jedhamuu fi karaa battumma'aa ka worra Amoonii jibbisiisaa ka Moolook jedhamu faana deeme,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waaqa dharaa diqachiisaa worra Sidoonii ta, «Ashitaaroti» jedhantuu fi waaqa dharaa ka worra Amoonotaa ka, «Moleek» jedhamu waaqonfate.