1 Kings 11:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka abba isaa Daudi garaa tokooni AABBO Waaqa gula deemu dide, isa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjate; akka abbaa ufii akka Daawitii qajeelaa ta'ee Rabbiin hin waaqeffanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon fuula Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje malee, akka abbaa ifii Daawitii, addatamumma'aan Mootii Waan Maraa hin hordonne.