1 Kings 11:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaara Yerusalemuni ilaboru irati inni fulla Kemoshi waaqa hama Moabutifi Moleki waaqa hama Amoni iti kad'atani jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Solomoon Kaamooshii battummaa worra gosa Moo'aabiitii fi Moolookii battummaa worra Amooniitii fi gaara Yerusaalemiin afoo jiru irratti hulee itti sagadan ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waaqa dharaa jibbisiisaa worra Mo'aabii ka, «Kemoshi» jedhamuu fi waaqa dharaa jibbisiisaa worra Amoonotaa ka, «Moleek» jedhamuuf, addee waaqonfanna'aa gaara qachaa Yerusaalemii irraa, gara aduun baatu jiru irratti ijaarsise.