1 Kings 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni fulla waaqa iti kad'atani, ta nad'eeni isaa ta gosa d'ibi ch'ufti hit'aana iti aarsite waaqa ufiti sorio baaftu, jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haawwota manaa ta ufii sanniiniillee akka isaan hixaana itti aarsanii ciincaa dhiyeessaniifiif isaaniillee akkasuma ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni niitota ifii ta waaqota ifiitiif hixaana aarsituu fi ciincaa dhikeessitu, ta biyya ormaatii fuudhe maraafille akkasuma huje.