1 Kings 11:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato AABBO Waaqi Israeli Solomoniti maro lama mullate waaqa gosa d'ibi inkad'atiini jed'eenile, inni isa ch'aqasu dide iraa gore. Tanaafi AABBO Waaqi iti dallane
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii hennaa lamaa isatti mudhatee akka waaqolee tolfamaa ormaa hin waaqeffanne isa ajajullee Solomoon garuu Rabbii hin ajajamne; ta qaraa caalaa irraa fagaata'aa deeme; kanaaf Rabbi Solomoonitti dheekkame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii, ka yennaa lama isatti mudhate irraa waan fagaateef, Mootiin Waan Maraa Solomoonitti aare.