1 Kings 12:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hariya isaa sunini waan jed'eeni, Wonti atini worraani jechu malte tana: qubi kiyya diqani hid'aana abba kiyya ira furda!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen daraboo isaa garuu «Banii abbaan kee fe'aa guddaa nutti fe'eeraa ati garuu fe'aa kana nuu salphisi› worra siin jedhuun qubni tiyya diqqoon mudhii abbaa kiyyaa caalaa furdo'o.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Kolbaa ‹Abbaan keeti waanjoo ulfaattuu nutti fe'eera; ati ammoo nutti sallisi!› jettu tanaan, ‹Qubi maandhich kiyya, hidha abbaa kiyyaa caala furdata.