1 Kings 12:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi arti asi worri Israeli nama d'aloota Daudi ch'ufa iti garagale dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa sanii jalqabee worri Israa'elii ka gara kaabaatiin jiru mootummaa Daawitii irratti ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan Israa'elii ta gara kaabaa, haga adhaa mana mootummaa Daawitii irratti, akkuma finqila kaasanetti hafane.