1 Kings 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeroboamuni, ilmi Nebati, ka qara lafa Misiriti hayyu Solomoni baqate, dubbi tana d'agaye jennaani Misiri ga deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Naabaaxii Iyyoorbi'aam ka mootii Solomooniin jalaa baqatee biyya Misirii keessa taa'a'aa ture haga waan kana dhagaye deebi'ee gara Israa'elii dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Nebaatii Yerobi'aam, ka Solomoon duraa gara biyya Gibxi'ii baqateeru, oduu tana yennaa dhage'e, deebi'ee dhufe.