1 Kings 12:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rehoboamuuni Yerusalemu gahe jennaani askarti jajanna nama filani ch'alla, ta gosa Yudatifi ka gosa Benjamini nama kuma d'ibba tokofi saddeetama wolti yaame, aka worra Israeli had'e mootuma ufi deefatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobi'aam gara Yerusaalemii dhaqee akka ijoollee Israa'eliitiin lolanii mootummaa isaanii gara ilma Solomoonii Roobi'aamitti deebisaniif gosa Yihuuda'aatii fi gosa Biiniyaamii keessaa loltoota filataman namoota kuma dhibba tokkoo fi saddeettamaa wolitti qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Solomoonii Rehobiyaam gara Yerusaalemii yennaa deebi'e, Israa'eloota gara kaabaa jiranu lolanee, gara mootummaa isaa akka isaaf deebisanu, fira Yihuda'aatii fi Beniyaaminii mara keessaa, loltoota beekkamane kuma dhibba tokkoo fi kuma saddeettama wolitti qabate.