1 Kings 12:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani teesani worra Israeli inhad'ina, isani ch'ufti kaa, gala waan tahe suni ch'ufa anumati tolche. Duuba worri dubbi AABBO Waaqa ch'aqase, kae worra ufiti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Wonti kun ana irraa waan ta'eef hin bayinaa'a; obboleewwan teessan ta Israa'eliitiinillee hin lolinaa'a; namni maruu gara mana ufii haa deebi'uu jedhu gara isaa dhufe; isaanillee jecha Rabbii dhagayanii gara mana ufii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Wonni te'e kun fedha kiyyaan waan teeteef, Israa'eloota obboleeyyan teessan loliisaaf ol hin bayina'a. Isin martinuu gara mana keessanii deebia'a'a› jedhi» jedheen. Maarre isaan martinuu jecha Mootii Waan Maraatiif ajajamanee, akkuma Mootiin Waan Maraa isaan ajaje gara mana ifii deebi'ane.