1 Kings 12:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yeroboamuni dira Shekemu, ka lafa gaareeni Efraimu keesa jiru, jabeese jaare diqo achi tae. Jennaani achi kae, dira Panueli jabeese jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoorbi'aam biyya gaaraa ka Efreemii keessatti qachaa Seekeemii kushee godhatee achi jiraate; achii ka'ee qachaa Phini'eelii kushee itti dhokatu godhee ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Yerobi'aam biyya koobittii Efreemii keessatti qachaa Sheekemiititti dalleya dhaka'aa ijaaree yennaa diqqoo achi ture; achille'ee ka'ee qachaa Pheeni'eliille'etti dalleya dhaka'aa ijaare.