1 Kings 12:27 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kun ciincaa dhiyeessu'uuf gara Yerusaalemii yoo dhaqe baniin kun gara gooftaa ufii gara Roobi'aamii mootii Yihuuda'aa deebi'ee; na ajjeesan jedhee yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan tun Galma Mootii Waan Maraa keessatti ciincaa dhikeessiisaaf, gara Yerusaalemii yoo ol baate, gadhaan isaanii gara goottaa isaanii mootii Yihuda'aa Rehobiyaamii hin deebi'a; isaan na ijjeesanee, gara mootii Yihuda'aa gara Rehobiyaamii hin deebi'an» jedhee yaade.