1 Kings 12:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi dubbi suni herege, korma looni lama worqiini mid'aase, waan biyyaani jed'e, Imaltuni guyya ch'ufa Yerusalemu yaatani ya isanii geete, worra Israeli, Waaqi keesani ka lafa Misiri keesa isani baase kuno kana!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi nama mariisisee jabbii lama worqii irraa hojjachiisee «Isin banii Israa'elii akka armaan dura gootan sanitti sagadu'uuf haga Yerusaalemii deemuun isin gaya; waandhi tolfamaan biyya Misiriitii isin baase kanniin!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi waan kana irratti mari'ateen duuba, fakkii jabbi'ii lama worqii irraa hujisiisee kolba'aan, «Ee Israa'el, waaqonfatiisaaf gara Yerusaalemii ol bayiisi akka malee ulfaatti; waaqoti keessan ka biyya Gibxi'ii keessaa isin baasane isaan kana» jedhe.