1 Kings 12:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba korma suni toko Betheli kaye, kaani Dani kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa jabbii lamaa ka worqii irraa hojjataman tokko Beeteelitti tokko garuu Daanitti dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fakkii jabbi'ii ta worqii irraa hujisiise san, takkattii Bet'el keessatti, taan Daan keessatti dhaabe.