1 Kings 12:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Sadi bula, gadi dachaa. Jennaani worri kae yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Deema'aa gala'aatii guyyaa sadihiin maayessa deebi'aa'a» isaaniin jedhe; baniinillee ka'ee isa biraa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rehobiyaam deebisee, «Amma deema'aatii, guyyaa sadiin duuba deebi'a'aa kowa'a» jedhe. Maarre kolbaan deente.