1 Kings 12:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Rehoboamuuni jaarole abba isaati mala d'ooftu dubbi suni gaafate waan jed'eeni, Mala d'aa, dubbi anini worra kanaani jechu male nati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Roobi'aam jaarsota hennaa Solomoon jiru gorsa'aa turan wolitti qabee «Ani banii kanaa maal deebisa?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Rehobiyaam, jaarsolee abbaan isaa Solomoon yennaa jiru, Solomooniif gorsa kennitu wolitti qabee, «Kolbaa tanaaf deebii attamii akka kennu natti gorsitan?» jedhee gaafate.