1 Kings 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Yo atini arra aka dansaa worra kana hojachu feete, worra dubbi dansa iti dubbad'i, duuba worri haga jiru jireenna aka dansaa sii hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsonni, «Ati adha yoo banii kanaa ajajamtee fayyaalumma'aan isaan tajaajiltee gaafii isaaniitiif deebii mishaa kennite isaan hennaa maraa amanamumma'aan sii hojjatan» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Ati adha kolbaa tanaaf tajaajilaa teetee, yoo isaaniif tajaajilte, gaaffii isaaniitiif deebii dansaa yoo kennite, isaan yennaa mara tajaajiltoota teeti hin te'an» jedhane.