1 Kings 12:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ulfinna nuraa fuud'i nani jed'u kana jed'uuni nati hima jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii fe'aa abbaan kee nutti fe'e kana nuu salphisi naan jedhe kanaa maal jedhee deebisa? maal na gorsitan?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Kolbaa, ‹Waanjoo abbaan keeti nutti fe'e, nutti sallisi!› jettu tanaaf deebii attamii kennina? Gorsa attamii naa kennitan?» jedhee isaan gaafate.