1 Kings 13:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi AABBO Waaqa gula raagi toko Yudaa bahe, Betheli d'aqe, ka Yeroboamuni fulla sorio iti qalaniti sorio baasu jiru baheeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi tokko ajaja Rabbiitiin Yihuuda'aa ka'ee gara Beeteelii dhufe; hennaa san Iyyoorbi'aam hulee ciinca'aa bira dhaabatee hixaana aarsa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerobi'aam hixaana aarsiisaaf addee ciinca'aa bira adoo dhaabbateeruu, nami Waaqaa tokko, ajaja Mootii Waan Maraatiin, biyya Yihuda'aa irraa gara Bet'elii dhufe.