1 Kings 13:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi jaarsa toko ka raagati Betheli jira. Ilmaani isaa d'ufte waan raagi Yuda bahe kaani d'ufe guyya suni Betheliti tolche iti himte, ammalle waan raagi suni hayyu Yeroboamuni jed'e iti himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san jaarsi raagu tokko Beeteeliin keessa jiraata ture; ijoolleen isaa ta dhiiraa isatti dhaqanii, waan namni Rabbii guyyaa san Beeteelitti godhe maraa fi waan dubbii inni mootichatti dubbate maraa abbaa ufiititti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san jaarsi raagichi Bet'el keessa le'u tokko jiraayyu; ilmaan isaa dhuttee, waan nami Waaqaa guyyaa san Bet'el keessatti godhee fi waan inni mooticha Yerobi'aamitti dubbate mara isatti hinte.