1 Kings 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarsi, raagi suni kara kami deebie? jed'e, Ilmaani isaa gaafate. Worri karaa inni deebie iti hime jennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaaniillee «Inni karaa kamiin lixe ree?» isaaniin jedhe; ijoolleenillee karaa namni Rabbii ka biyya Yihuuda'aatii dhufe deemeen itti akeekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaanii, «Namichi sun karaa kam deeme?» jedhee gaafate; ilmaan isaalle, karaa nami Waaqaa ka Yihudaa irraa dhufe sun deeme, isatti mudhitte.