1 Kings 13:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yaabate faana raaga Yuda kaani iti d'aabate, ato inni mukha gudda toko jala tau baheeni, waan jed'eeni, raagi Yudaa d'ufe sii? Jennaani inni Ee, anuma jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isa hordofee uduu inni muka qilxu'uu jala taa'u isa argee, «Namni Rabbii ka biyya Yihuuda'aatii dhufe si'ii?» jedhee isa gaafate; innillee, «Ee ana» jedhee isaa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nama Waaqaa san hordofee, qilxaa jala tee'eeruun dhaggee, «Nami Waaqaa ka biyya Yihuda'aatii dhufe si'ii?» jedhee isa gaafate. Inni deebisee, «Eeti'i, ana» jedhe.