1 Kings 13:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi AABBO Waaqi waan nani jed'e, waan tokole nyaate ind'ugini, yokhaani kara atini d'uftele indeebiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi achitti waa hin nyaatin, bisaanillee hin dhugin, karaa dhufte keessallee hin deebi'in» jedhee na ajajeera jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti sagalee akka hin nyaanne, bisaan akka hin unne, karaa dhufe sanille deebi'ee akka hin galle, Mootiin Waan Maraa na ajajeera» jedhe.