1 Kings 13:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaarsi kaani waan jed'eeni, anileeni raaguma aka keetiti malaikaani AABBO Waaqaleeni waan nani jette, Beeni, raaga suni yaami, mana kanke geesi, sagale kennifi, bisaani obaasi. Ammo jaarsi suni dubbi suni inkiyyibe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Anillee raaguma akka keetiiti, maleekkaan Rabbii inni mana kee dhaqee si woliin haa waa nyaatee dhuguu jedhee natti dubbateera» jedhee soba itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jaarsi raagichi sun sobee, nama Waaqaatiin, «Anille akkuma keeti raagicha; ergamaan tokko ajaja Mootii Waan Maraatiin, ‹Nami Waaqaa kun sagalee akka nyaatuu fi bisaan akka unu, deebisii gara mana keetii fudhadhuu gali› naan jedheera» jedhe.