1 Kings 13:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Yuda kaani jaarsa kaani gula gale sagale woliini soorate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee isa woliin gara mana isaa dhaqee isa woliin waa nyaatee, bisaanillee dhuge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nami Waaqaa sun isa woliin deebi'ee, mana isaatitti sagalee nyaatee, bisaan une.