1 Kings 13:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi AABBO Waaqa suni gula raagi kaani waan aka mesa ka sorio irati baasani kaani waan isaa dubbate, waan jed'e, Ee mesa, mesa, AABBO Waaqi waan jed'u; ilma maqaani Yosiati worra Daudi keesaa d'alata, ilma suniti qaalole fulla infakaanneti d'ufte, sirati wo baaftu qaqale, lafele namaa sirati guba,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi hulee ciinca'aa san mormu'uun «Hulee ciinca'aa! Hulee ciinca'aa! Rabbi akkana jedha «Namni Iyyoosiyaas jedhamu maatii Daawitii keessatti dhalata, gadoota gaara hulee ciinca'aatii hixaana si irratti aarsan, lafee namootaallee si irratti guba› » jedhee maqaa Rabbiitiin iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ajaja Mootii Waan Maraatiin addee ciinca'aa mormee, qoonqoo guddo'oon, «Addee ciinca'aa! Addee ciinca'aa! Mootiin Waan Maraa si'iin, ‹Kunoo, sanyii Daawitii keessaa ilmi maqaan isaa: Yosiyaas jedhamu hin dhalata; inni hayyoota addee waaqonfanna'aa irratti ciincaa dhikeessanu, si irratti hin ciincessa; lafeen namootaa si irratti hin gubanti› jedha» jedhe.