1 Kings 13:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami karaa yau reefa nama ka karaa keesa ch'iisu, ka nyeench'i bira eju arge, dira Betheli d'aqani waan argani suni himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni karaa san irra lufan leenca reeffa bira dhaabatu arganii dhaqanii qachaa jaarsi raagu keessa jiraata'aa turetti odeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti karaa san dabaranu tokko, reeffa karaa irratti albifameeruu fi neenqa isa bira dhaabbateeru san dhagganee, dhaqanee namoota qachaa jaarsi raagichi keessa le'utti odeessane.