1 Kings 13:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarsi raaga kaani dubbi suni d'agaye jennaani waan jed'e, Sunini raaga dubbi AABBO Waaqa dide! Tanaafi AABBO Waaqi akuma jed'e kaani nyeench'a iti erge, nyeench'i isa nyaate ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattichi namicha raagaa ka inni kara'aa deebise sun akka du'e haga dhagaye, inni raatticha Rabbii ka dubbii Rabbii dhagawuu dide san kanaaf Rabbi akkuma dubbate, leencaaf dabarsee isa kennee leencillee caccabsee isa ajjeese» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi karaa irraa waamee isa deebise fide sun, waan kana yennaa dhage'e, «Inni nama Waaqaa ka jecha Mootii Waan Maraatiif ajajamuu dide waan te'eef, Mootiin Waan Maraa akkuma isa ifi eeggachiise, neenqa caccassee isa ijjeesutti, dabarsee isa kenne» jedhe.