1 Kings 13:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
raagi ammalle waan jed'e, Wonti aka mesa jirtu kunini gargari ch'ach'abt'e, daaraani isa gubba lafati firfirfamti duuba isani akanaani, aka AABBO Waaqi naani dubbate, beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkanni Rabbi guyyaa san kenne kana; huleen ciinca'aa baqaqee, daaraan isa irra jirullee hin jiga jedhee malkata kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma san nami Waaqaa sun, beessisa kennee, «Addeen ciinca'aa tun gargar hin dhooti; daadhaan irra jirulle hin jiga. Kun beessisa Mootiin Waan Maraa kenne» jedhe.