1 Kings 13:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni isa awaala worra isaanii keesati awaale, isaafi ilmaani isaaleeni bohani waan jed'ani, Oboleesa kiyya, oboleesa kiyya, nu ya gargari baane!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awwaala worra ufii biratti awwaale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba reeffa nama du'ee san, addee awwaalaa ta ifii qopheeffate keessa keyee, «Aanne'e, obboleessa kiyya!» jedhaa bowaneef.