1 Kings 13:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi isa irreesani raagi waan ilmaani isaatini jed'e, Gaafa anini duu irreesuma kana keesati na awaala, d'aatu isaa na ch'iifsisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga reeffa awwaaleen maayessa ijoollee ufiitiin, «Ani yoo du'e, awwaala nama Rabbii kana biratti na awwaalaa'a, lafee kiyya lafee isaa bira kaayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa awwaalaneen duuba jaarsi raagichi ilmaan ifiitiin, «Gaafa ani du'u, addee awwaalaa ta nami Waaqaa keessatti awwaalame tana keessatti na awwaala'a; lafee tiyyalle lafee isaa bira keya'a.