1 Kings 13:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi dubbi taanile Yeroboamuni kara hama kaani iraa indeebine, inni qaalole fulla infakaanne ta sorio irati baasani ta inni jaare hojattu ta namuma arge inni filate taani, filachu illakimne. Inni nama qaallu taha jed'e ufi gabaase ch'ufa qaallu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga wonti kun maruu ta'ellee Iyyoorbi'aam waan hamaa hojjatu irraa hin deebine; worra Leewwotaa ka hulee ciinca'aatitti tajaajilaniin alatti nama gadaa ta'ee tajaajiluu barbaadu maraa fila'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega tun teeteeyyuu, mootichi Yerobi'aam ittuma dabalee gosuma mara keessa, worra addee waaqonfanna'aatiif hayyoota te'uu barbaadu adda baasee, addee waaqonfanna'aatiif, hayyoota filate malee, hujii hantuu ifii irraa hin deebine.