1 Kings 13:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dabi Yeroboamuni tolche sunini worra isaatiifi d'aloota isaa ch'ufa balleese hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun inni hojjate kun sababaa badu'uu fi diiggamuu mootummaa isaa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuu tanatti sanyii Yerobi'aamii gara jinnanaatii fi gara lafa irraa ijjumaa badiisaa geesse.