1 Kings 13:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan raagani jed'e gara worraa na gula kooti, waan atini sooratu sii keenne ammalle maro waan atini naa tolchite kanatifi waan d'ibile sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi nama Rabbii saniin, «Ana woliin gara mana kiyyaa beenuu waa nyaadhu, anillee waan ati barbaaddu sii kennaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi nama Waaqaatiin, «Na woliin gara manaa koyiitii areerradhu; kennansalle si'iif hin kenna» jedhe.