1 Kings 13:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi AABBO Waaqi waan nani jed'e, Woma nyaate ind'ugini, ammalle kara d'ufte kaaniini worrati indeebiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi naan, buddeena hin nyaatin, bisaanillee hin dhugin, karaa dhufte keessallee hin deebi'in jedhee na ajaje» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee akka hin nyaanne, bisaan akka hin unne, karaa dhufe sanille deebi'ee akka hin galle, Mootiin Waan Maraa na ajajeera» jedhe.