1 Kings 14:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma anini worra kanke badi itiini d'ufe, ilmaani tante ta d'iira gugurdofi didiqole ch'ufa balleesa. Ammalle worra kanke ch'ufa qabe aka kosi gube balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ani mana Iyyoorbi'aamiititti waan hamaa fida; mana isaa keessaa garbichaa fi wolabticha dhiira maraa banii Israa'elii keessaa hin balleessa; akka namni fiindoo haree gubee gatuutitti mana Iyyoorbi'aamii sirima balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani maatii Yerobi'aamii irratti badii hin fida; maatii isaa ka garba te'e yookiin ka garba hin te'in, ilmaan dhiiraa ta isaa mara Israa'el keessaa hin balleessa; akkuma nami kosii gubee balleessu, anille maatii Yerobi'aamii hin balleessa.