1 Kings 14:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama worra keeti ka dira keesati duu ch'ufa sareeti nyaata, ka alati duule ch'ufa allaatiti nyaata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gosa Iyyoorbi'aamii ka qachattii keessatti dhuman sariintu nyaata; worra raasa'atti dhuman garuu allaatti'itu nyaata; kana waan Rabbi dubbateeruuf.»›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatii isaa worra qachaa keessatti du'u mara sareen hin nyaatti; worra qacha'aan alatti du'u allaattiin hin nyaatti; ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera› jedha» jedhe.