1 Kings 14:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri Israeli ch'ufti wolti bahe isaa bohe isa awaala, nami worra Yeroboamu ka aka dansaa awaala argatu isuma ch'alla, wonti akanatiifi nami AABBO Waaqi Israeli iraa gammade isuma ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii maruu booya'aafii awwaalan; Rabbii Waaqa Israa'elii biratti daa'imni kun waan mishaa ta'eef mana Iyyoorbi'aamii keessaa isa calla'atu awwaalama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti marti isaaf bowanee, isa hin awwaalan; maatii Yerobi'aamii keessaa, nami Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii itti gammade, isa qofa waan te'eef, isa qofatti awwaala dansaa dhaggata.