1 Kings 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yeroboamuni daba tolche worra Israeli daba keesa buusefi, AABBO Waaqi worra Israeli lakise biraa deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoorbi'aam cubbuu hojjatee banii Israa'eliillee gara cubbu'uu waan fideef Rabbi banii Israa'elii hin dhiisa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerobi'aam cubbuu hujee, kolbaan Israa'eliille cubbuu akka huju waan godheef, Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'elii hin lakkisa» jedhe.