1 Kings 14:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yeroboamuni tolcheefi had'iisa inni nama had'eefi aka inni lafa mohatele ch'ufa kitaaba Odu Hayyoota Israeli ch'ufa keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri mootichi Iyyoorbi'aam bulche, akka inni itti mooyata'aa mootii ta'e galmee seenaa mootota Israa'elii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Yerobi'aam huje, attam akka lolee fi akka bulche, kitaaba dabarsii mootota Israa'elii keessatti barreeffanteerti.