1 Kings 14:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda AABBO Waaqa durati waan hamtu tolche, ababoota isaanile ch'ufa ira isa dallansiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yihuuda'aa cubbuu abboonni isaanii hojjatan caalaa cubbuu hamaa hojjatanii Rabbiin aarsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujje; isaan cubbuu hujane saniin, abbootii ifii ta durii caalaa aarii Mootii Waan Maraa ta hinaaffa'aa kakkaasane.